LibreOffice 7.1 Help
Akkamitti deetaa kuusdeetaa keessa jiru waliin hojjettu adda baasa.
Foddaa kuusdeetaa keessatti, Gulaali - Kuusdeetaa - Qindaa'inoota Addaa fili
Jiraachuun to'annoo armaan gadii gosa kuusdeetaa irratti hundaa'a:
Arfiilee warra maqaa tokko keessaa waliigaltee moggaasuu SQL92 madda deetaa keessaa mirkaneessan qofaaf hayyama. Arfiileen kan biroo hundinuu ni tuffatamoo dha. Tokkoon tokkoo maqaa qubxiqqaa, qubguddaa, ykn murgadii(_) dhaan eegaluu qaba. Arfiileen hafan ammoo qubeewwan ASCII, lakkoofsota, fi murgadii ta'uu danda'u.
Some databases use the keyword "AS" between a name and its alias, while other databases use a whitespace. Enable this option to insert AS before the alias.
Lakkaddaa mirree CR + LF fayyadamuuf filadhu innis sarara barruu hunda xumuruuf (DOS fi Foddaa Sirna Dalagaaf filamaadha).
Hima SELECT keessatti maqbiroo maqaa gabatee milteessa.
Walqaba aloof tarree cufiinsaa fayyadami. Caasimni tarree cufiinsaa kanaaf {oj outer-join}
Fakkeenya
Fakkeenya: Keeyyata filadhu.* from {oj item LEFT OUTER JOIN orders ON item.no=orders.ANR}
Mirga argachuu ooftuu kuusdeetaa tuffachuuf gargaara.
Ulaagaalee moggaafaman mallattoo gaaffiin (?)bakka bu'a.
Kuusdeetaan tokko tokko dirreetti lakkoofsa fooyya'aa moggaasu jijjiirama kuusdeetaa faana dhahuuf. Akkuma qabeenaan dirree jijjiirameen lakkoofsi fooyya'an dirree tokkoon dabala. Gabatee kuusdeetaa keessatti lakkoofsa fooyya'aa galmee isa keessoo agarsiisa.
Madda deetaa ammee galaallee fayyadama. Filannoon kun kan fayyadu yoo maddi deetaa ODBC kaadhimaa kuusdeetaa ta'ee dha. Yoo maddi deetaa ODBC ooftuu dBASE ta'e filannoo kana hin filatin.
Hima SELECT jedhu keessatti akka maqaa gursaa fayyadamnu gargaara.
Kasaa himoota ASC ykn DESC waliin uuma.
Gosa walbira qabiisaa Buuliiyaanii fayyadamuu barbaaddee filadhu.
Yeroo unka keessatti galmee haaraa galchitu ykn galmee dura ture fooyyeessita ta'ee, fi naqa tarjaa kuusdeetaan kan marfame dirree duuwwaa dhiista, akkasumas ergaa waa'ee dirree duuwwaa kan iyyatu ni agarta.
Yoo saanduqni to'annoo kun kaka'uu baate, dirree barbaadamuuf unki kuusdeetaa ammee keessa jiru hin mirkaneessu.
Saduuqni too'annoo deetaa kan gahiinsa barreessuu deegaruu madda deetaa hundaaf ni jiraata. Saanduqni too'annoo wardii, barruu,csv, fi yaadannoo teessoo dubbsiqofaa of keessatti hin qabu.
Walindhoota Oraakilii JDBC tiif qofa. Yommuu isa dandeessiifte tarjaan akka dirree mahaallaqaatti hin ilaalamne ifteessi. Akaakuu dirree oofaa kuusdeetaa irraa deebi'e gati.
Wantoota miseensa ammeetti kennamu/ramadu/tarreessa.
Dirree duraan jiru gatii addaa waliin akka furtuu dursaatti fayyadamuuf filadhu.
When connecting to a database using a generic API like ODBC, JDBC, or ADO, Base currently applies heuristics to determine whether this database supports primary keys. None of those APIs has dedicated support to retrieve this information.
The heuristics sometimes fails. This tri-state check box by default is set to the undetermined state, which means "apply the heuristics". If the check box is enabled, primary key support is assumed. If the check box is disabled, no primary key support is assumed.
Note that if this option is just for overruling the heuristics. If you enable the check box for a database which actually does not support primary keys, you will see some errors.